Afaan Oromoo Naamusa Islaamaa App kun namusoota islaamaa ijoo fi jajjaboo tahan
Afaan Oromoo islamaa Naamusa
- Naamusa nyaataaf dhugaatii
- Naamusa karaa deemsaa
- Naamusa salaamtaa
- Naamusa teessumaa
- Naamusa kadhaa Rabbii
Nabiin (s.a.w) akkana jedhan "Jannata hin seentan hanga
amantanitti, hin amanne hanga wal jaalattanitti, Mee waan yoo isa
hojjattan wal jaalattan isinii himuu? Salaamtaa heddummessaa jidduu
tessanitti" Muslimtu galmeesse.